Court Contempt - Afaan Oromo

Court Contempt - Afaan Oromo

Description

Qaama aangoo ummataa qabuun dambii bahe ykn ajaja kenname fudhachuu ykn kabajuu diduu; Kabaja qaama kanaa tuquu ykn sirna adeemsa hojii isaa gufachiisuu ykn addaan akka citu gochuu dha. Kunis haala adda addaatiin kan raawwatamuu dha. Xiyyeeffannoon keenya Mana Murtii irratti ta‟us yaadrimeen kun qaamolee aangoo ummataa qaban kan biroos fkn seera baaftuu fi seera raawwachistuu ni dabalata.

Published on
29 December 2020
Category
File Size
902.49 KB
Hits
2971 Hits
Download
877 times
×
×